Ecclesiastes 1:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini kutad'e, Waan lafa tana gubbati tolchani ch'ufa qalbeefad'e laale barad'a jed'e. Waaqi haga jiru jireenna yayu gaargala nama ira kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan sami'ii gaditti taasifamu maraa ogumma'aan barbaada'aa qorachu'uuf murteeffadhe; fe'aa guddaa kana akka ilmi namaa itti dadhabuuf Rabbi namaa kenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan lafa irratti hujame mara qarumma'aan qorqoriisaaf itti yaade; ilmaan namootaa irratti Waaqi ba'aa attam attam ulfaattu fe'e!