Ecclesiastes 1:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan lafa tana irati tolchani ch'ufa yayu arge, woma keesa injirtu, seeruma nama qilleensa gussuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan sami'ii gaditti hojjatama'aaru maraa hin laale; garuu wonti maruu akka duwwa'a ta'e arge; wonti maruu akka nama qilleensa duukaa bu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan biyyaa lafaa irratti hujame mara ilaaleera; isaan martinuu bu'aa hin qabanu; akka nama qilleensa ari'ee ti.