Ecclesiastes 1:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini kutad'e, beekhumafi daallumafi qaroomafi maraatu gargari barad'a jed'e, ammo hubannaani aka nama qilleensa gussu ufi arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogummaa'a, maraattumma'aa fi gowwummaallee beeku'uuf jedhee uf kenne; kun akka waan qilleensa duukaa deemu'uu ta'e hubadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani qarummaa, maraattummaa, gowwummaalle gargar baasee beekiisaaf itti yaade; kunille ammoo akka nama qilleensa ari'ee akka te'e hubadhe.