Ecclesiastes 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti qara tahe ammalle inuma taati. Waan qara tolchani ammalle inuma tolchani. Wonti tokoleeni haareetiini lafa keesa injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti dura ta'e ammallee deebi'eetuma ta'a; wonti amma raawwata'aarullee kama dur raawwatame; kanaafuu adu'uu gaditti wonti haarofni hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woma dur te'eerutti ammalle te'uuf jira; woma dur hujameerutti ammalle hujamu'uuf jira. Biyya lafaa irra wonni haaretti hin jirtu.