Ecclesiastes 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo bofi ato murma iti imbaasini nama nyaate, murmi suleeni woma imbahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga bofni nama iddeen maayessa qorichi hadhaa bofaatiin balleessan womaa bu'aa hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhudhuufaan adoo qorsaan hin muusowin yoo idde, namichi qorsaan muusessu sun womaa bu'aa hin dhaggatu.