Ecclesiastes 10:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jilti nama gammachiifti, daad'ileeni nama macheesiti, ammo waan kana lachu beesa male inargatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gammachuun dhiyanaa fi daadhii woyini'ii irraa argamti; martinuu garuu horii malee hin argamtu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jilti areerti'ii nama gammachiisiisaaf qophootti; daadhiin woyni'ii jiruu namaa gammachiitti; beeseen ammoo waan mara bitti.