Ecclesiastes 10:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aada gula nami qarooni wo mid'aasa, ammo daalleeni wo yaka.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ogeessi waan mishaa hojjachuun, namni gowwaan garuu dogoggoruun woma jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qalbiin nama qaro'oo gara karaa qajeelaa isa geessiti; qalbiin nama gowwa'aa ammoo gara karaa dokonkoraa isa geessiti.