Ecclesiastes 10:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Herega keesale hayyu inhamatini, ammalle dureesale sire hiribaa keesaleti inhamatini. Hegeri simpirrumafaati dubbi suni geese worra suniti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni na hin dhagayu jettee dhossa'aan mootii hin hamatin; hulee raftuttillee dureessa hin arrabsin worri dubbii namaa butuu danda'an akka simbira barartuutitti dhufanii dubbii si jalaa himuu waan danda'aniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaada keeti keessatti mootii hin abaarin yookiin kolloo teeti keessatti dureessa hin abaarin; sababille worri akka sinbirree koolaan kaatuu tokko dubbii teeti fuudhee, waan ati jettu hin hima fa'a te'a.