Ecclesiastes 10:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dabi toko, ka anini lafa tana keesati arge, kana — ka nami nama fidu d'ufuuni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti badaan biraa ka ani sami'ii gaditti arge hin jira; kunillee dogoggora worri biyya bulchu dogoggoru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan hantuu ani biyya lafaa irratti dhagge keessaa tokko, dokonkora bulchaan huju.