Ecclesiastes 11:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mukhi gamuma fuula deefate qaariu ch'iisa. Dumansi yoomi galmau rooba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Duumessi hennaa bisaan uf keessatti qabate, gara lafaa gad roobsa; munni gara kibbaa yookaan gara kaabaatitti yoo kufe, hulema itti kufe san ciisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Duumensa keessa bisaan yoo guute, bokkeenni lafa irratti rooba. Muki gara kibbaa yookiin gara kaabaa yoo jige, adduma itti jige san hin irkata.