Ecclesiastes 11:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami lubbu bule ch'ufti ha gammadu; ammo ha qaabatuuti, aka guyyaani dua ka dukana hagasi ira d'eera. Wonti tokoleeni ta d'aabatani injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni haguma fedhellee yoo bara baay'ee jiraate; kana marattuu haa gammaduu; garuu guyyoota dukkanaa san haa yaadatuu isaan waan baay'ataniif, wonti dhufu maruu gatii hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami bara hedduu le'ulle, bara san mara gammaduu ti; ammoo barri dukkanaa bacaa akka te'e qaabatuu ti. Wonni dhufu martinuu bu'aa hin qabu.