Ecclesiastes 11:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kaimticha, haga kaimoma qabdu gammadi. Waan miiri si yaadu ch'ufa tolchi. Ammo aka Waaqi takaa tana waan atini taate si qoru qaabad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa dargaggeessa! dargaggummaan waan guddisee mishaa ta'eef dargaggummaa keetitti gammadi; garaa keetiinillee guddisii gammadi; waan ijji tee argituu fi waan onneen tee yaadde maraa raawwadhu; garuu waan kanniin maraafuu Rabbi gara murti'ii akka si fidu beeki.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee dargaggeessa, yennaa dargaggummaa teetii gammadi! Bara dargaggummaa teetii gadhaan keeti gammaduu ti; yaada gadhaa keetii, waan ilti teeti dhaggite gula deemi; waan kana maraaf ammoo, Waaqi gara mura'aa akka si fidu beeki.