Ecclesiastes 12:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jechi worra qaro aka ule qara qabdu, ta tissituuni hooliye hooliyeeni woworaante karaati qajeelchituni jira, yokhaani mammaasi wolti guurani akuma d'isa jabeesani gad'aani jira. Jecha kana ch'ufa Waaqa, tissitu nama ch'ufati, namaa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin ogeessaa akka ulee tisseen hori'iin ooftuuti; mammaanni wolitti qabame akka mismaara waa wolitti dhayuuti; isaan kunniin Rabbii nu maraa eegu irraa nuu kenname.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechooti qaroole'ee akka sibiila mutaa qotiyyoo ittiin oofanuu ti; jechooti isaanii ka wolitti qabamane, akka mismaara lixee seenee ti; jechi kun martinuu Waaqa tokkocha nu mara tissu irraa kennamane.