Ecclesiastes 12:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana ch'ufa jecha toko ch'allati hafa: Waaqa sodaad'i, seera isaa gula deemi; wonti akanatiifi wonti nama iraa fed'ani tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo wonti maruu himameera; dhumti waan maraatuu kana; Rabbiin sodaadhu, ajaja isaa eegi; kun waan ijoo namni godhuu qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma wonni marti dhage'anteerti; muummeen waan maraa tana waan teeteef, Waaqa sodaadhu; ajaja isaa eeggadhu; hujiin namaa guddittiin tana.