Ecclesiastes 12:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sansalati qarsi ch'ite, ifseeni worqileeni lafa d'oofte ch'ach'abdi; haadi bisaanini gurteesanileeni ch'ite, wodamooni buute ch'abdi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faayyi mormaa ka birrii irraa hojjatame uduu hin cinne, saaniin worqi'ii uduu hin cabne, otteen bisaaniin woraaban burqaa bisaanii biratti uduu hin butunne, yookaan korboon bisaaniin woraaban uduu hin cabin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jiruun teeti akka haachaba meeti'ii adoo hin citin yookiin akka qorii worqi'ii adoo hin cabin yookiin akka waan bisaaniin woraabbatanuu, madda biratti adoo hin bututin yookiin akka korboo bisaan boollaa ittiin woraabbatanuu, adoo hin cabin,