Ecclesiastes 12:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nafi isaa biyyeeti deebie, hafuuri isaa ka jireennale gara Waaqa ka qara isaa kenneti deebia.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyeen gara lafa irraa dhufeetitti uduu hin deebine, hafuurri gara Rabbii isa kenneetitti uduu hin deebine, uumaa kee yaadadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
biyyeen gara biyye'ee adoo hin deebi'in, hafuurrille gara Waaqa isa kennee adoo hin deebi'in ka si dade qaabadhu.