Ecclesiastes 2:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan ufiini jed'e, Eega, nyaad'e d'uge ufira tae gammada. Ammo waan anini arge, suleeni woma imbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garaa kiyya keessatti «Waan misha'aa fi gammachuu maal akka ta'e beeku'uuf qoradha» jedhe. Garuu kunillee akka gatii hin qabne arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gadhaa kiyya keessatti, «Dhaqee ifi gammachiisa; hiikkaa gammadaa qorqoree beeka» jedhee yaadadhe; sunille ammoo waan bu'aa hin qanne.