Ecclesiastes 2:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani eegi suni huji tiyya aka isiiti d'ibame hojad'e herege, ammalle aka wonti suni tokoleeni woma keesa injirre hubad'e. Fakeenna, isiini akuma qilleensa gussani jirti — woma keesa injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan harka kiyyaan hojjadhee itti dadhabe maraa yoo yaadu; kunniin maruu gatii hin qabu; akka nama qilleensa faanaa deemuu ture; wonti adu'uu gadii maruu bu'aa hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee waan harki kiyya hujee fi waan itti elowe maraayyuu yennaa ilaalu, bu'aa hin qaddu; akka nama qilleensa ari'ee ti; biyya lafaa irra wonni bu'aa qaddu hin jirtu.