Ecclesiastes 2:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarale hayyuuni woma hayyuuni d'ibiini qara tolche male dandae waan d'ibi intolchu. Duuba anini eegi suni waan qaroomafi maraatufi daallumti qabdu herege.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mootiin tokko hojjachuu danda'u waan mootonni isa duraa hojjatan hordofa'aati; kanaafuu anillee ogummaan, gowwummaanii fi maraattummaan maal akka ta'e qoradhee beeku'uuf yaaduu jalqabe; namni mootichaan maayessa dhufu maal godha?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani yaada kiyya gara qarummaa, maraattumma'aa fi gowwummaa qorqoriisaatitti deebifadhe. Nami mootii tokkoon duuba mootii te'uuf jiru, ka dur hujame caalaa maan hujuu dande'a ree?