Ecclesiastes 2:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qarooni gara deemu beekha, ammo daalleeni imbeekhu. Yo akasile taate, anini imbeekha, aka nama ch'ufa dooti eegattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni ogeessi waan isa afoo jiru beeka; gowwaan garuu dukkana keessa deema; garuu dhumti isaanii tokko akka ta'e hubadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qaroon waan isa dura jiru beeka; nami gowwaan ammoo dukkana keessa ideema; wonni isaan lamaanittuu dhufu ammoo tokkuma akka te'e hubadheera.