Ecclesiastes 2:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama qaro inqaabatani, daallele inqaabatani. Takaa tana nama ch'ufa inded'ani. Nami ch'ufti akuma takaa dua, qaroofi daallele inqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ogeessa ta'ee'e nama gowwaa isaan lachuu hennaa dheera'aaf namni isaan yaadatu hin argamu; baroota dhufanitti isaan lachuu hin irraanfataman; adaa ogeessi akkuma gowwa'aa du'uun isaa hin hafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami qaroon, akkuma nama gowwa'aa haga bara baraa hin qaabatamu; baroota dhufanu keessatti isaan lamaanuu hin dedhaman. Akkuma nama gowwa'aa, nami qaroolle hin du'a.