Ecclesiastes 2:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini jireenna jibbe; wonti akanatiifi gaargala male woma ira ingargatani. Jireenni woma keesa injiru, seeruma nama qilleensa gussuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti sami'ii gaditti hojjatamu maruu waan na gaddisiiseef jireenna jibbe; kun maruu gatii hin qabu akka nama qilleensa duukaa deemuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni biyya lafaa irratti hujamu waan na gaddisiiseef, ani jiruu jibbe; wonni martinuu bu'aa hin qaddu; qilleensa ari'iisa.