Ecclesiastes 2:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami qaroomafi beekhumafi oguma ufitiini hojate, duuba eege nama waan suni inhojatiiniti lakisa. Aki kunini woma imbahu, ammalle daba!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga namni biraa ogumma'aa fi beekkumsaan, malaanillee itti dadhabeen maayessaa waan namni biraa ka itti hin dadhabne dhaaluuf kunillee waan gatii hin qabnee fi rakkoo gudda'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille nami tokko hujii ifii qarumma'aan, beekkumsaa fi dandeetti'iin waan huje, achiin duuba waan qabu mara nama itti hin elowin tokkoof lakkisa. Tunille waan bu'aa hin qanne, miidhama gudda'a.