Ecclesiastes 2:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hojate jireenna ufi keesa heregaani deeme maani iraa argata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faayidaan nama waan sami'ii gadiititti itti dadhabee fi yaanni garaa isaa maali'i?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami biyya lafaa irratti waan itti elowuu fi itti mixiixxatu mara keessaa bu'aa maan dhaggata?