Ecclesiastes 2:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti namaa ira jira aka inni waan hojate nyaate d'uge gammaduuni. Ammo anini ya hubad'e, aka tunileeni Waaqa iraa d'uftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni waan nyaatuu fi waan dhugu gammachuu waan itti dadhabe san irraa argatu malee faayidaa biraa hin qabu; kunillee kennaa Rabbi isaa kenne akka ta'e arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami nyaatee, unee, waan hujatetti gammadiisa caalaa wonni dansaan inni hujuu dande'u hin jirtu. Tunille Waaqa biraa akka dhuttu dhagge;