Ecclesiastes 2:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi qaroomafi beekhumafi gammada nama isa gammachiisuu keenna; ammo inni nama daba hojachiise, aka waan inni argateefi waan olkeyatu nama Waaqa gammachiisuu kennani. Tunileeni woma imbaatu, seeruma nama qilleensa gussuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi nama isa gammachiisuu ogummaa, beekkumsaa fi gammachuu kennaaf; nama cubbamaa garuu waan nama isa gammachiisuuf kennu'uuf ta'u san akka xaaree wolitti qabu godha; kunillee gatii hin qabuu; akka nama qilleensa duukaa deemuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi nama isa gammachiisuuf qarummaa, beekkumsaa fi gammada kenna; nama cubbicha ammoo karra wolitti qabee tuulee, nama Waaqa gammachiisuuf dabarsee akka kennu godha. Tunille bu'aa hin qaddu; qilleensa ari'iisa.