Ecclesiastes 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato qarooma barbaaduma barbaadu, anini farso d'uge ufi owise ufi gammachiise. Anini waan sehe, karaani kunini kara dansa, ka nami haga jireenna gabaaba lafa tana gubba jiru tauu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti mishaan ilmaan namaa bara jiruu ufii keessatti sami'ii gaditti hujan maal akka ta'e akka arguuf garaan kiyya ogumma'aan na masakka'aa, daadhii woyini'iitiin uf gammachiisu'uuf gowwummaa kiyyaan murteeffadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qalbiin tiyya adoo qarumma'aan yaadattuu, ani daadhii woyni'iitiin ifi gammachiisiisaaf, gowwummaa hanqafatiisaaf wodhaane. Namooti bara diqqaa lafa irra le'anu yoo hujane waan bu'aa isaaniif buusu, ani dhagguu barbaade.