Ecclesiastes 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini oobru oobrad'e, mukha mid'aani heddu keesati oobre;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
hulee muka adda addaa ka daraaraa isaa nyaatan itti dhaabanillee qopheessee muka gara garaa itti dhaabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani oorruu heddu'uu fi addee bashannanaa hedduu qopheeffadhe; isaan keessatti gosa muka midhaan buusu mara dhaabbadhe.