Ecclesiastes 2:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani anini jabaad'e nama Yerusalemu keesati d'alate ch'ufa bira dabre, ammalle beekhi kiyya taka na iwollaachimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani worra tanaan dura Yerusaalemiin keessa turan maraa caalaa nama kabajjamaa ta'e; waan kana maraa keessatti ogummaan tiyya na woliin turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra anaan dura Yerusaalem keessa jiru caalaa guddaa te'eera. Waan kana mara keessatti qarummaan anuma woliin jirtiiyyu.