Ecclesiastes 3:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti lafa gubbati taha ch'ufti guyyaafi yo ufi qabdi:
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonta adunyaa tanatti raawwatamu maraafuu henna'atu jira;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan maraaf yennaan jirti; waan biyya lafa irraa maraaf yennaan jirti.