Ecclesiastes 3:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hojja waan ch'ufa tolchani ya mid'aase. Inni herega waan iti deemani ya namaa kenne, ammo waan inni tolchu quubse nama ingarsiisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waa maraa Rabbi hennaa ufiititti bareechisee hojjate; hujii Rabbi dur irraa jalqabee hojjate namni akka qoratee hin beenne godhe; Rabbi nama keessa akka bara baraan jiraatu akka beeku kenneef; garuu Rabbi waan jalqabaa haga dhumaa jiru akka beeku beekumsa guutuu hin kennineef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan mara yennaa isi'iititti miidhassee dadeera. Inni halchaa yennaa dhuma hin qannee yaada namootaa keessa keyeera; te'uu malee isaan waan Waaqi jalqabaa haga dhumaatitti godhu beekuu hin dande'anu.