Ecclesiastes 3:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini imbeekha, wonti Waaqi tolchu ch'ufti ind'umattu, waan tokole iti indarani, womale keesaa imfuud'ani. Wonti Waaqi waan kana tolcheefi aka nami ch'ufti isa sodaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti Rabbi godhe akka bara baraan jiraatu ani hin beeke, isatti eda'uun yookaan isa irraa dhidhisuun hin danda'amu; Rabbi akka isa sodaataniif kana godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni Waaqi huje martinuu haga bara baraa akka jiraattu ani hin beeka; wonni itti ede'amuu fi irraa fuudhamu tokkolle hin jiru. Nami martinuu akka isa sodaatuuf, Waaqi waan kana godhe.