Ecclesiastes 3:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tana malele, lafa tana keesati anini waan ch'ubbu fulla d'ugaafi qajeelumti jiraachu malteti arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma sami'ii gaditti bikka fayyaalumma'aa dharti; bikka murtii qajeela'aa hammeenni akka baay'ate arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammalle lafaa irratti waan dhibii dhagge: addee muraa haqaatitti, hammeenna, addee balchumma'aatitti, daba dhagge.