Ecclesiastes 3:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan jed'e, Waaqi nama d'ugaatifi ka dabale woma takaani qora, waan tahe ch'ufafi wonti ch'ufti hojuma ufi ka kurfeesani taati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garaa kiyya keessatti «Wonta ta'u maraa fi hujii maraafuu hennaan waan jiruuf Rabbi nama cubbama'aa fi nama qajeelaallee gara murti'ii fida» jedhe yaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani, «Waaqi waan maraa fi hujii maraafille yennaa waan qabuuf, balcha'aa fi cubbichalle gara mura'aa hin fida» jedhee, gadhaa kiyya keessatti yaadadhe.