Ecclesiastes 3:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini buufad'e waan jed'e, Waaqi nu ilaalachu jira, inni aka nu bineensa ira injirre nu garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilmi namaa horii irraa garaa garummaa akka hin qabne ta'uu isaanii akka hubatan Rabbi isaan qora» jedhee yaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammalle, «Namooti akka bineensotaa akka te'ane akka ifi dhagganuuf, Waaqi haga isaan ilaala» jedhee, gadhaa kiyya keessatti yaade.