Ecclesiastes 3:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu beekha, aka lubbuuni namaa gubbati deemte ammo ta bineensa lafa seentu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuun ilma namaa ol akka baatu, lubbuun busaawa'aa garuu akka gara lafaa gad buutu eentu beeka?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lubbuun namaa gara gubba'aa akka baatu, lubbuun bineensaa gara lafaa gad akka buutu eentu beeka?