Ecclesiastes 3:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi wonti dansaani nami tolchuu male, ka anini arge, nami waan hojate argate nyaate d'uge gammaduuni male. Wonti tokoleeni d'ibiini ka nu tolchinu injirtu, karaani tokoleeni ka waan nu eegi doone taanu beenuuni injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu hireen namaallee kanuma waan ta'eef hujii mishaa ufii hojjatutti gammaduu malee wonti biraa ka inni huju akka hin jirre hubadhe; wonta isaan maayessa ta'u akka argu ka taasisu eennu?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namaaf hiree isaa waan teeteef, hujii ifiititti gammadiisa caalaa wonni tokkolle akka hin jirre hubadheera. Nami du'een duuba waan te'u akka inni dhagguuf, eentu deebisee isa fiduu dande'a ree?