Ecclesiastes 4:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini laale, aka lafa tana keesa nami dabsani, ka nama qarqaaru inqamne tae bohu, arge. Nami tokoleeni worra inqarqaare, waan nami worraa dabsu suni irre worra ira qabuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammallee deebi'ee hammeenna sami'ii gaditti ta'u maraa arge; Namoonni guddisanii dhiibaman namoota isaan jajjabeessu dhabanii booyan; namoonni isaan miidhan hunnaan isaan miidhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle ani cunqurfama biyya lafaa irratti te'iisatti jiru mara dhagge. Imimmaan worra cunqurfamee dhagge; ka isaan jajjabeessulle hin jiru. Worri isaan cunqursu hunna guddoo waan qabuuf, ka isaan jajjabeessu hin jiru.