Ecclesiastes 4:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo toko jige kaanti qarqaare olkaasa. Ammo yo nami wahela inqamne jige, nami isa olkaasu injirre, akanaani inni guddo gaargala qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lamaan keessaa namni tokko yoo kufe hiriyyicha isaatitu ol qaba; namni hojja ufii jiru garuu yoo kufe nama lafaa isa kaasu waan hin qabneef attam nama gaddisiisa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tokko yoo jige, kuun ol kaasa; yoo jige, ka ol isa kaasu, nama hin qanneef ammoo aanne'e.