Ecclesiastes 4:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hiyyeesi dandae hiyyuma keesaa bahe hayyu lafa ufi taha, yokhaani hid'aansa keesaa bahe nama lafa fidu taha; ammo hojja inni jaaruma isaa keesa daallae gorsa namaa didu, inni hiyyeesa kaima, ka qalbi qabu, ingahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama gowwaa gorsa fudhachuu hin beennee fi jaarsa mootii irra dargaggeessa hiyyeessa ogeessatu caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mooticha jaarsa gowwaa gorsa hin fudhannee mannaa, dargageessa hiyyeessa qaroo woyya.