Ecclesiastes 4:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan nama lafa tana keesa jiru ch'ufa herege jennaani aka worra kana keesa nami kaima toko, ka huji hayyu iraa fuud'u jiru arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa tokko baniin maruu dargaggeessa hulee mooti'ii bu'u hennaa hordofan arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri biyya lafaa irra ideemaa le'u marti dargaggeessa addee mootichaa bu'u san hordofanuun dhagge.