Ecclesiastes 4:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami hayyuuni fidu hegeri muumme inqabu, ammo yo inni lubbu d'abe nami waan inni tolche qaabate galata deebisuufi injiru. Tuninileeni woma imbaatu, seeruma nama qilleensa gussuuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni mootii ta'ee bulchu namni isa hordofu baay'e'e; hennaa inni mootummaa irraa bu'e waan inni godhe saniif namni isa jajate hin jiru; kunillee gatii hin qabu; akka waan qilleensa duukaa deemu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaa bacaa bulchaa tureeyyu. Worri duubarra dhufe ammoo isatti hin gammanne; tunille bu'aa hin qaddu; qilleensa ari'iisa.