Ecclesiastes 4:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worra suni ch'ufa ira nama d'aloota ooleti ira jira, ka daba lafa tana keesa jiru taka inargini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu kanniin lamaan caalaa daa'ima uduu hin dhalatin garaa jiru ka waan hamaa sami'ii gaditti ta'a'aaru kana hin argine woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra lamaanuu caalaa ammoo worra hin dhalatin, ka hammeenna biyya lafaa irratti hujamu hin dhaggin woyya» jedhee yaade.