Ecclesiastes 4:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato akasile taate, waan diqo qabani, ka yaado bira inqamneti, waan harka lamaaniini hojja ch'ufa akuma waan qilleensa qabani hojatani ira gooma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan dadhabbii gudda'aan irkisaa lamaa argatan irra; hara baafannaa diqqo'oon irkisaa tokko argachuu woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elo'oo fi qilleensa ari'iisaan harka lama dhaggatiisaa mannaa, qalbii nageyaatiin harka tokko dhaggatiisaa woyya.