Ecclesiastes 4:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fakeenna, namicha tokoti jira, ka kobaa galu, ka ilmaafi oboleesale inqamne, ammo ka halkani guyya hojate waan guddo argate sunile inquumne. Inni eenu jed'e waan kana ch'ufa hojate machi ufi d'owa? Tunileeni woma imbaatu, finna hama toko ka nami keesati fidamu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nama hojja ufii jiraatu tokkotu jira; inni ilmaa fi obboleessallee hin qabu; namni kun hennaa maraa hujee hin hifatu; garuu qabeenna argatuun nagaye hin jedhu; inni «Ani eennuuf dadhaba? gammachuu kiyya maaf uf irraa balleessa?» jedhee uf gaafata; kunillee waan gatii hin qabne; jiruu rakko'ooti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
nami qofii ifii le'u tokko, ilma yookiin obboleessa ka hin qanne, ka waan mara irratti eloon isaa dhuma hin qanne, karra ifiitille'een, «Na geetti» ka hin jenne, inni «Ani eennuuf elowa? Ani maaf gammada ifi dhoogga?» jedhee ifi gaafata; kunille waan bu'aa hin qanne; hujii nama gaddisiittu.