Ecclesiastes 4:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hujiini nama lama ta nama toko ira wo namaa baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bu'aan hujii isaanii waan mishaa ta'uu danda'uuf nama tokko ta'uu irra nama lama ta'uu woyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eloo ifiitiif bu'aa dansaa waan dhaggatanuuf, tokko te'uu irra lama te'uu woyya.