Ecclesiastes 5:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja Mana Waaqati kad'achu d'at'u ufi eegad'i; yo wo baracha Mana Waaqa d'at'e ira sii jirti, fulla atini aka worra daalle, ka d'araafi d'uga gargari imbeenne, sorio baaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa gara mana Rabbii deemtu miila kee eeggadhu; dhagayuu fedhuun ciincaa worra gowwa'aa caala; isaan akka waan hamaa godha'aaran waan hin beenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa gara Galma Waaqaa seentu miila keetii eeggadhu; caqasiisaaf qophowanee dhikaatiis, ciincaa gowwoole'ee, ka worra waan hantuu akka huje hin beenne caalti.