Ecclesiastes 5:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nami hori gudda qabuuni, nama heddu nyaachisa. Tirfiini inni waan kana iraa qabu maani? — Agarta ila male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo qabeenni guddate ka nyaatutu baay'ata; ka qabeenna wolitti qabe sun ijuma calla'aan laala malee maal isaa godha?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karri yennaa bacattu, worri nyaatulle hin bacatan. Ka horate ila ifiitiin ilaaliisa malee, maan bu'aa isaaf qaba?