Ecclesiastes 5:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami harkaani hojatu, yo waan diqofi guddo nyaatule, hiriba dansa halkani ind'abu. Dureesi ammo ato waan nyaatu guddole qabaate yaadaa imbulu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diqqaa nyaatee'e guddaa nyaatee'e hirribni hojjata'aa mi'aaya'a; qabeenni nama dureessaa garuu hirriba isa dhoogga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hojjataan diqqoo yookiin guddoo nyaatulle hirriiba dansaa rafa; bacinni karra dureessaa ammoo hirriiba isa dhooggiti.