Ecclesiastes 5:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
duuba mudani iti galte, waan ilmaani isaa iraa d'aaltule d'aba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Durummaan waan hamaa tasaa uumamuun bada; hennaa finni dhalatuuf wonti isaa hafu hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
yookiin karra dedhuma baddu; inni yennaa ilma uumatu, harka ifii duwwaa hafa.